FILANNOO

akkamitti namni dhalatee akki waaqif dacheerraa jiraatee maaltummoo yoo danqu, wallaalee waan hojjetu Isa tahuufi taasisuuf deemuyyuu keessaa maaltu dhibeet, tahee, hanquu waa filatu? Qalbiin shororkaa'ee, yaadan nyaatamee, akkas talbooja'ee, fagaatee qaxxaamuree, yaadanis qaari'ee Waanuma taheyyuu, himannaas leeyya'ee Namni yoo maal tahuu, yaadan dugda ta'ee? Bu'ura dhaabbii yaadaa, filannoo waan sardaa jireenyan fooggaluuf  dinnaanis okkaluuf … Continue reading FILANNOO

HIBBOO

Hibboon hibboon bulte Hibboon maal taatiree Hibbifatamuun immoo Badii maal qabaree Hibbak jedhee himuun Soda maal qabaree Wallalee kennuurra Hin wixxifadhuuree Hibboon hibbifadha Hibboon milkii qabdu Inumaan gaafadha Waa deebii hin dhabdu Gaffiin hiibboo kiyyaa Kan sabaa kan biyyaa Deebii sobatiree Hundii maaf natti iyyaa Dhugaan osoo jiruu Na goyoomsituuree Osoo lubbuun jiruu  Osoo hibboom … Continue reading HIBBOO

SIN AJAA’IBSIIFADHE

Yaa haadha dhiirootaa Mootii dargaggaggootaa Burqaa bareeddota Yaa goota goototaa  Sirraa dhadhalatan Bareedni namootaa Bareeddu Oromoo  Mee Maqaan siif kaasa Bililee jedhaniin  Warri Awurophota! Oromoo ta’uu kee Kanneen hubatan Oromtittii jechuuf Kannen rakkatan Dhara dhugaa godhuu  warrii  ariifattan Enyuumma  kessaniin  Malumaaf hin bontan? Nimoona  curraatiin

SAFUU

Safuun seera miti Safuu maal cabsituu Imaanaa abbootii Maalidhaaf dagattu Safuun iddoo qabdii  Qomoo koo keessaatti Fudhatamaas qaba  Waaqayyoon biratti Safuu maal cabsitaa Dhiiroo akkanatti Sabni koo Oromoon  Safuu addaa qabaa Safuun oromoota Biyya kaminittuu Fudhatama qaba!!!

Hin firoomu

Lolaan lola’ee darbu Bubbeen awwaara kaasu Kaayyoo fi galama koorraa Olii fi gadi nan raasu Haalli gaggalagaluus Na harkaa hin gatu akeekaEenyuuf akkan dhaabbadhe Haleelladheetan beeka Waanti hundumtuu guutee Yoo naaf mijates bakkii Imaanaa uummata koo Ani hin dagadhuu lakki Waadaan galeerra utaalee Darbee hin deemu yoomuu Booyyee fi waraabessatti  Lakkii ani hin firoomu Gammachuu … Continue reading Hin firoomu

Sin Eega

Mana keetti koottuu gali Maalumaaf teessa ollaa Roorroo Oromiyaa tuqu Walumaan taanee lollaa Shiraafi holola diinaan Adda hinbaanu gonkumaa Oromiyaaf qabsoofna Kaayyyoon Keenyaa tokkuma Hiririsii fidii koottu Buttaa keetiifi muraasa Amma yoomiitti diinni Gidduu goree nu raasa? Nutu qajeelacha waliin Karaa duraan danddabe Hin turin maaloo koottu Sin eegaatii jajjabe. Gammachu G. Adoolessa 10/2018

SAFUU

Safuun seera miti Safuu maal cabsituu Imaanaa abbootii Maalidhaaf dagattu Safuun iddoo qabdii  Qomoo koo keessaatti Fudhatamaas qaba  Waaqayyoon biratti Safuu maal cabsitaa Dhiiroo akkanatti Sabni koo Oromoon  Safuu addaa qabaa Safuun oromoota Biyya kaminittuu Fudhatama qaba!!!

SAFUU

Safuun seera miti Safuu maalf cabsituu Imaanaa abbootii Maalidhaaf dagattu Safuun iddoo qabdii  Qomoo koo keessaatti Fudhatamaas qaba  Waaqayyoon biratti Safuu maalf cabsitaa Dhiiroo akkanatti Sabni koo Oromoon  Safuu addaa qabaa Safuun oromoota Biyya kaminittuu Fudhatama qaba!!!