Koroonan Ulfina hinbeektu

Koroonaa vaayiraasii mata nu yaabuu feeti. 
Of eguu ni dandeenya sodaa hin barbaachisuu.
Ittisa koroonaadhaf gorsaa oggeessa haa dhageenyu.

Yeroon kun ni dabartii hin dabarrtuu hin se’iina.
Wareegama qaalii hacuccaa bara hedduu.
Qilleensarraa hin dhufne tolaatis as hin geenye.
Salphoon seenaa hin beekne koroonaa vaayiraasii,
Har’aa dhiiraa nut taati.

Utumaa dhaga’anii gorsa ogeessa fayyaa.
Innoo gurraachaa hin miidhu jedhani walitti qoosuu.
Waaqayyoo nu haa oolchuu gorsa ogeessa tuffachu.

Harkaa keessan dhiqadha bishaaniif saamunaadhaan.
Yemmuu qufaataniis ciqileen haguggaadha.
Ijaa ,funyaaniifi afaan tuttuqurraa of qusaadha.

Fageenya keessan eega sochii kamiyyuu keesatti.
Fayyaatu hundaa caalaa of eeggannoon jabeessa.
Halaalumaati nagaa harkaa wal fuudhu dhiisaa.
Fageenya keessan eega dhiben abaarsaa miti.
Ni dabartii jaranaa of eeggannoon jabeessa.

          @@@ Hora Bulaa@@@
              B/SAA Abdii Tasfaayee irraa

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s