AadaaMakmaaksa Murataan marqa baalarratti nyaata. Yaa marqa si afuufuun si liqimsuufi. Gubataa marqaa hubataatu arga. Akkan hin yaanne misingaa marqite, akkan hin dhiifne dhadhaa itti naqxe Share this:TwitterFacebookLike this:Like Loading... Related