Kan wal kajeelu Afaan hin qajeelu
Akaayin bara beela firaan adda nama baafti
Jaalachaa oolaniis intala haadhaa hin fuudhan
Harka goowwaatin boolla jawwee safaru.
Haadhaatu du’e jedhani ilmoo bofaa wajjiin bo’icha hin ta’an
-abaarsi goowwaa eeboon qixa