IMIMMAAN YAADAA

Baay’een na yaachisa

Akkamiin gadi ciisa

Jiruun nama tokko

Maaliif na yaaddessa

Waggaa meeqa jiraatu

Biyyaa lafaat irra

Yaaddoo an hin cabsadhu

 Mee kaasaa na irraa

Boo’een hin cabsadhu 

Ba’ees hin boqadhu

Ba’ii badiinaan jedha

Maaliif hin baqadhu?

Eessatti baqadha

Eenyuttan baqadha

Orma na in beekne

Lubbuu koo maal nyaadha

Maraachuun koo hin hafne

Qullaa maaf hin fiigu Naaf toleetii laataa?

Bultii kook an diiguu

Nimoona  curraa

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s