Yoo Nama Taate

  • Jaalala baay’isi.
  • Beekumsa ida’i.
  • Qabeenya hiri.
  • Inaaffaa hir’isi.
  • Ilaalcha wal-qixxeessi.
  • Hojii guddisi!
  • Teessuma xiqqeessi.

Jaalalli Dhugaa:

  • Mi’aawaadhaa dhandhamadhu.
  • Urgaawaadhaa fuunfadhu.
  • Gammachuudhaa simadhu.
  • Icciitiidhaa eeggadhu.
  • Dorgommiidhaa itti hirmaadhu.
  • Qabsoodhaa injifadhu.
  • Abdiidhaa obsaan eeggadhu.
  • Qabeenyaa horadhu.
  • Bultiidhaa ijaaradhu.
  • Gaaddisaa jala boqadhu!

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s