Sirna fuudha fi Herumaa kutaa lama

2) Ababbalii ykn Hawwii

Inni kun ammoo osoo warri hin beekiin warri walfuudhan waliif galanii walfuudhuu ta’a. Gurbaa fi isheen qofti walii galuudhan haala mijeeffachuun gurbaa intala beellamee fudhatee gala. Yeroo kanatti maatiin gurbaa beeku danda’u kan ishee intalaa garuu hin beekan. Adeemsa keessaa gurbaan guyyootamuraasa booda  gara maatii isheetti jarsummaa ergachuun araaramuuf karaa bana. Yeroo tokko tokko maatiin intalaa diduu danda’u. Sababiin isaa gurbaa yoo hin jaallanne ta’e, fakkenyaf yoo nama cimaa hin taane ta’e, yoo nama hojii in qabne ta’e, haalota haawasichaa keessatti yoo waanta fudhatamaa dhabsiisuu qabaate maatiin ishee jarsummaa diduu danda’u. Ta’uus intaa deebisanii hin fudhatan. Deemsa keessa garuu araaramuun isaani hin hafu. Haata’u malee jaalalli isaani akka kan warra kaani kan leellisamuu miti. Kanaafuu sirnii fudhaa  fi heeruma kun kan baay’e lellifamuu miti.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s