- Jaalala onnee
- Beekumsa sammuu
- Obsa garaa
- Dhugaa arrabaa
- Ogummaa harkaa qabadhu!
Bara Jireenya Kee Keessatti:
- Kan dabarsite yaadadhu.
- Kan keessa jirtutti jabaadhu.
- Kan itti deemtuuf abdiin jiraadhu.
- Bakka yaadde gahuuf obsa qabaadhu.
- Kaayyoon kee akka galma sii gahuuf rabbiin kadhadhu!