
Yaa haadha dhiirootaa
Mootii dargaggaggootaa
Burqaa bareeddota
Yaa goota goototaa
Sirraa dhadhalatan
Bareedni namootaa
Bareeddu Oromoo
Mee Maqaan siif kaasa
Bililee jedhaniin
Warri Awurophota!
Oromoo ta’uu kee
Kanneen hubatan
Oromtittii jechuuf
Kannen rakkatan
Dhara dhugaa godhuu
warrii ariifattan
Enyuumma kessaniin
Malumaaf hin bontan?
Nimoona curraatiin