MIRGOOTA NAMOOMAA Addunyaa Keewwata 16

Sababa sanyii lammummaa ykn amantiitiin utuu hin daangeffamin dubartootaafi dhiironni umuriin isaanii gaa’elaaf qaqqabe walfuudhanii maatii hundeessuuf mirga qabu. Fuudhaafi heeruma isaanii hoggaa hundeessan, walfuudhanii hoggaa jiraataniifi bultiin isaanii hoggaa diigamus mirga wal qixxee qabu.

Gaa’elli kan raawwatamu fedhii bilisaa fi guutuu namoota walfuuchuuf fedhanii qofaani.
Maatiin qaama uumamummaatiifi bu’ura hawaasaa waan ta’eef eegumsi hawaasaafi mootummaa godhamuufii qaba.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s