BarnootaMirga namota idil- Addunyaa/ united Nations/ irraa kanfudhatamee KEEWWATA 15 Keewwata – 15 Namni kamiyyuu mirga lammummaa argachuudhaa ni qaba. Namni kamiyyuu mirgi lammummaa isaa garmalee hin mulqamu; akkasumas mirga lamummaa isaa geeddaruus hin dhorkamu. Share this:TwitterFacebookLike this:Like Loading... Related