AMALOOTA NAMOOTA MO’ATOO

  • Abdii hin kutatan: Yoo kufaan ka’uu akka danda’an beeku.
  • Waan gaarii fi cimina ofii isaannii kan irraa nama biraa arguu danda’u: Hir’ina isaani irratti osoo hintaane waan qabna irratti xiyyeeffatu.
  • Hiriyoota gaarii ta’an nannoo isaanitti qabatu:
  • Wa’ee dogoggora darbeef deddebi’anii yaadanii of-hin dhiphisan, garuu irraa baratu.
  • Kufaati isaani dhoksuuf hin dhama’man, akka baruumsa argataniitti yaadu.
  • Murtoo murteessuf ofdubaa hin garagalan
  • Yeroo kayyoof jedhani miidhaman,, miidhama sana keessa caalatti waan argatan yaadu.

Dr.Gurmeessaa

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s