Sirna Fudha fi Herumaa!

Mee nannoo isiin jiraatanitti, sirni gaa’illi ittin rawwatamuu maal fakkataa? Akkuma saba bal’aa qabnuu aadaan fudhafi heeruma Oromiyaa keessatti karaa adda addan akka raawwatamuu beekamaa dha. Mee har’a sirna gaa’ila nannoo tokkotti argee isiif qooda. Sirnichii kan jalqabu guyyaa gurbaan warra intalaatti jarsoolee sadii hanga torbaa ta’an ergachuun jalqaba. Garuu guyyaa jalqabaa jarsolee deeman gara … Continue reading Sirna Fudha fi Herumaa!

AMALOOTA NAMOOTA MO’ATOO

Abdii hin kutatan: Yoo kufaan ka’uu akka danda’an beeku.Waan gaarii fi cimina ofii isaannii kan irraa nama biraa arguu danda’u: Hir’ina isaani irratti osoo hintaane waan qabna irratti xiyyeeffatu.Hiriyoota gaarii ta’an nannoo isaanitti qabatu:Wa’ee dogoggora darbeef deddebi’anii yaadanii of-hin dhiphisan, garuu irraa baratu.Kufaati isaani dhoksuuf hin dhama’man, akka baruumsa argataniitti yaadu.Murtoo murteessuf ofdubaa hin garagalanYeroo … Continue reading AMALOOTA NAMOOTA MO’ATOO

Tapha

Guyyaa tokko gondan sadii karaa deeman turan. Isaan waliin hasa’aa turan. Osoo dinni tokko nutti dhufee akkami mo’aana jedhanii yaada turan. Daqiiqa muraasa booda arba tokko argan. Gondaa kunnen yaada isaani irratti kennu jalqaban. Gondaan tokkoffaan akkas jedhe, Arba  kana haa ajjeefnuu, nuti salphaatti ajjjesuu dandeenya jedhe.  Gondaa inni lammaffaan immoo, millaa arba kanaa yaa … Continue reading Tapha

Mirga namota idil- Addunyaa/ united Nations/ irraa kanfudhatamee KEEWWATA 14

KEEWWATA – 14 Namoonni hundi, manneen murtiifi qaamolee seeraa fuulduratti walqixa ilaalamu. Namni kamiyyuu, himati yakkaa ykn civiilii yeroo isarratti murtaa’u, qaama abbaa seerummaa seeraan hundeeffame, aangoo kan qabuufi bilisa ta’e bira dhiyaatee murtii seeraa loogii hinqabneefi ifa ta’e argachuuf mirga qaba. Hawaasa demokraatawaaf barbaachisoo kan ta’an naamusa gaarii, nageenya ummataa, ykn tasgabbii biyyaalessaa eeguuf … Continue reading Mirga namota idil- Addunyaa/ united Nations/ irraa kanfudhatamee KEEWWATA 14

SAFUU

Safuun seera miti Safuu maal cabsituu Imaanaa abbootii Maalidhaaf dagattu Safuun iddoo qabdii  Qomoo koo keessaatti Fudhatamaas qaba  Waaqayyoon biratti Safuu maal cabsitaa Dhiiroo akkanatti Sabni koo Oromoon  Safuu addaa qabaa Safuun oromoota Biyya kaminittuu Fudhatama qaba!!!