Sattawwaan sa’atii 24 keessattii daqiiqaa 5 hangaa 30 qofa ciifti.
Lakkofsa 40 yoo afaan Ingiliziin barreesitan, qubeen hundi isaan tartiita eegun barreeffamu, ( FORTY), kun lakkofsa hunda irraa adda isa godha.
Addunya kana keessatti biyyii dhugaatii Koka Kolla argachuu hin dandeenye biyya Kooriyaa kaaba fi Kubaa qofa.
Biyyii Adduunya kana irraa namoota baay’ee dawwatamtuu biyya faransayiti
Bishaan baay’ee humna ol dhuguun nama ajjeessu danda’a.
