1. Namni hundi yakka itti himatametti mana murtii himatichi ifatti itti dhagahamutti seerarratti hundaawuun mirgi ofirraa ittisuu isaa eegameefii hanga yakkamaa tahuun isaa mirkanaawutti akka nama bilisaatti lakkaawamuuf mirga qaba.
  2. Namni hundi seera biyya keessaatti ykn seera idil addunyaatti yakka tahuun isaa yeroo hintumaminitti gocha raawwate tokkolleefu ykn raaw’ii dhisee hundaaf yakkamaa taassifamu hindandahu. Akkasumas yeroo yakki kun raawwatametti adaba ture kan caalu adabni itti hin murtteeffamu.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s