
- Keewwata – 12
Jireenyi dhuunfaa nama hundaa maatiin, manni jireenyaa ykn quunnamttiin isaa karaa seeraan ala ta’een hintuqamu; kabajaafi maqaan isaa gaarinis akka badu hin ta’u. Mirrgoota akkanaa tuquufi gochoonni kabajaa namaa tuqan yemmu raawataman tokkoon tokkoon namaa mirga eegumsa seeraa argachuudhaa ni qaba.