WAADAALEE IDIL-ADDUNYAA MIRGOOTA NAMOOMAA KEEWWATA 6-8

Keewwata – 6

Namni kamiyyuu bakka fedhees tahu seera duratti nama tahee beekkamuuf mirga qaba.

Keewwata – 7

Namoonni hundi giddu isaaniitti garaagarummaan kamiyyuu osoo irratti hin godhamne eegumsa seeraa wal-qixa qabu. Labsii Mirgoota Namooma Waliigalaa kana mormuudhaan garaagarummaan akka irratti hin godhamne eegumsi seeraa wal qixxeetti ni godhamaaf.

Keewwata – 8

Namni tokkolleen heera mootummaatiinis tahee seera birootiin mirgoota bu’uraawoo kennameef gochi cabsu yeroo irratti raawwatamu manneen murtii biyyattii aangoo qabanitti iyyatee mirga isaa kabajsiisuu ni dandaha.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s