MIRGOOTA NAMOOMA WALIIGALAA Keewwata 3-5

Keewwata – 3

Namni tokkoon tokkoonsaa mirga lubuun jiraachu, bilisumaafi nageenyummaa guutuu qaba.

Keewwata – 4

Namni kamiyyuu gabrummaan ykn dirqamaan nama tajaajiluuf hin qabamu; daldalli gabrummaa bifuma kamiiyyuu dhowwamaa dha.

Keewwata – 5

Namni kamiyyuu gochi gidiraa irratti raaw’atamu, ykn gochaa fi adaba gidirsaa ykn hammina garmalee, kan ulfina namummaa hir’isu ykn kan namaa gadi taasisuun dararamu ykn adabamu hin qabu.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s