- Odaa Bisil: Godina shawaa Lixaa Aaana Iluu
- Odaa Bulluq: Horroo Guduruu Wallagga Aaanaa Horro
- Odaa Hullee: Godina Jimmaa Aanaa Oomoo Naaddaa
- Odaa Garaadoo: Wallo
- Odaa Roobaa: Baalee Aanaa Gindhir
- Odaa Nabee:Shawaa Bahaa Aanaa Aqaaqii
- Odaa Bultum: Hararge Lixaa, Aanaa Odaa Bultuum
Galatoomi barreessitoonni martuu waa’ee siyaasaa barreessuutti fuula isaanii garagalchanii waa’ee aadaa fi beekumsa waliigalaa nama barreessuu dhabne jirraa natti fakkaata.
LikeLiked by 1 person