• Hiyyeessa jechuun nama qarshiin iyyoome osoo hin taane nama sammuun hiyyome dha.
  • Beeka jechuun nama hin dogoggorre osoo hin taane, nama dogoggora isaa irraa baratuu dha.
  • Mo’uu jechuun tokkoffaa ba’uu qofa osoo hin taane , jijjiramanii argamuu dha.
  • Barachuu jechuun baruumsa keessa darbuu osoo hin taane, baruumsaii nama keessa darbuu jechuu dha.
  • Baruumsa barattee yoo qoramtu, jireenya immoo qoramtee baratta.
  • Obsi guddaan dhagaa yoo bilcheessu, ariin xiqqoon immoo ibiddaa  bobeessa.
  • Kan nama qaanessuu ba’aa guddaa sammuu irratti baachuu osoo  hin taane,  sammuu hin yaadne bachuudha.
  • Adduunyan kun  sirraa wan tokko eegdi waan ta’eef waan garii tokko hojjadhu.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s