
- Aduun ofii ishee keessatti hangaa lafaa dacha milliyoona tokko ol-of keessatti qabchuu dandeessi.
- Ifti Aduu secondii tokkotti kiloomeetira 220 deemu danda’a.
- Ho’insii Aduu 27000 000 faranayit ta’a.
- Yeroo booda Aduun kun baduun ishee hin oolu.
- Lafti kun yeroo Aduun hin jireetti jiraachuu hin danda’u. Yoo akkka jedhamu ta’e yeroo Aduun baddutti lafti kun illee waluumaan baduu jechuu dha.