Qotee bulaaf hojjataa
Daldaalaaf barataa
Kaka’ii kakaasi
Kanneen hojii hin qabne
Hojiitti bobbaassi
Biyyaa kee misoomsii
Kanneen hin dammaqnees
Dhaamsa biyyaa labsi
Daraan sosochoosi
Hawwii kee dhugoomsi!!
Nimoona curraa
Oromo Literature and Culture