- Jecha kee eeggadhu isatu gocha ta’a,
- Gocha kee eeggadhu, isatu amala ta’a,
- Amala kee sirreessi isatu namoota waliin sijiraachisa
- Jireenya kee fooyyessi, isatu yeroo humna hin qabnetti boqonnaa siif ta’a,
- Qabeenya keen hin boonin, qabeenyi fixeensa ganamaati
- Kan dabarsitee yaadadhu, baruumsa siif ta’ati
- Kan keessa jirtutti jabaadhu, kan fulduraaf abdi siif ta’ati
- Obsa qabaadhu, bakka yaadu gessati…