1. Ramoowwan tokko tokko yoo waan nyaatan dhaban qaama isaani ni nyaatu.
  2. Qorichii qusanaa maatiin namoonni fudhatan gorilla ille tajaajila walfakkataa kenna.
  3. Qusannoo Saantima $0.01 jalqabdee, guyyaa guyyatti  yoo dacha isaa itti dabalte waggaa 27 tti abba milliyonaa taata.
  4. Namoot addunyaa kana keessa jiraatan keessaa 50% bilbila fayyadamuu hin jalqabne.
  5. Akkuma ashaaran quba keenya  adda adda ta’e ashaaran arraba keenya garaa gara.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s