Bishaan ho’aan ,bishaan qoora caal daafe gara cabbitti jijjirama
Meeshan baay’ee cimaan qaama namaa kan argamuu arraba keessatti.
Gondaan sa’atii 12 keessatti kan boqottu daqiiqa saddet qofa.
Qabiyyeen chokoleeti keessaa jiru saree ajjeesuu danda’a.
Qillensa keessa keeti uukkamsitee qabuu dhanof-ajjeesu hin dandeessu.
Ciqilee kee arraba keen tuquu hin dandeessu.
Booyyeen gara samii ilaaluu hin danda’u
111,111,111 × 111,111,111 = 12,345,678,987,654321
Nyaanni yoo ture hin alloofne,” dammaa qofa.
Bineensota keessa kan tasumma iyyuu utaalu hin dandeenye “ Arba “ qofa.
“ Headphone” sa’atii tokkoof yeroo fayyadamnu guyya keenya keessatti baakteriyaa dacha 700 dabala.