- Laga Awaash
- Laga Gibe
- Laga Baroo
- Laga Didessaa
- Laga Wabii Shabalee
- Laga Calalaq
- Laga Dabus
- Laga Muger
- Laga Omoo
- Laga Aqaaqii
Fi kanneen biroo lakkofne fixuu hin dandeenye heddu jiru. Kennaa uumaman badhaatuu kan taate dacheen Oromiyaa kenna ishee kunnunsuu fi haalan itti fayyadamanuun dhalootaf dabarsuun barbaachisaa dha.
Maddi:- Internetii irraa,