Waamicha Barreessitoota Oromoof

Barruulee Siifsiin yeroo gara yerootti qabiyyeewwan ogbarruu Oromoo asoosama gaggabaaboo, walaloowwaan, afoola oromoo, mudannoowwan, baacoo bashannansiisaa barsiisan, seenaa namoota bebbeekamoo addunyaa kan muuxannoo irraa qooddataniifii kanneen biroo qabatee yeroof ji’a lamatti al tokko hawaasa Oromoo biraan ga’aati jira. Kanaafuu kaayyoon keenya barreesitoota jajjabeessuu waan ta’eef, waan barreessitanii harkaa qabdan Siifsiin karaa godhachuun akka lammii keessaniin geessan dhaabbanni Ayyaanaa isin jajjabeessa. Argama keenya armaan gadiin nu quunnamuu dandeessu.

Lakk.saand.poostaa 70277

e-mail: alem@ayaana. net

www.facebook.com/siifsiin magazine

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s