Ergaam Makmaasa kunneeni maali? 

 1. Bishaan yoo nama nyaatu nama kofalchiisatiini.

2. Bishaan lagaa wal hin eegu
3. Bitaan korii mirgaan korii walgeettiin koora dha
4.Wama qalte qalii tirumaan naaf gali jette jaartiin
5. Biyya FARDI hin jirre HARREEN garmaamti/saggaarti
6. Biyya ofiitti Lukkuun korma
7. Sangaan biyya ofiitti  baroodu biyya ambaatti ni mar’ata
8. Biyya abbaa kootiiiti  jedhee injiraan moluu irratti hafe
9. Boruufuu si’abdadhe bada moluu tiyya jedhee namichi
10. Daa’imaa taphaa sinbiraa lubbu
11. Dubbiin bay’atteef fardatti hin fe’an
12. Du’a abbaatifi du’a Sangaa ilmi hin jibbu
13. Dhakaan ciisanii darbatan deebi’ee mataa nama dhaha
14. Baredde jedhanii hintala obboleetti hin fuudhan

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s