Kudhaama koo

efe23ed13753b39ec4e6a75cd496357d

Yuunivarsiitii  kessaa

Yeroo waliin turre

Waan  gaggaarii malee

Waan biraa hinagarre.

Akka haadhaataatee

Ofitti naqabatte; 

Akka jaalalleettis Na kunuunsifatte.

Sirra boraafadhee

Dadhabbii boqodhe;

Jaalala  irreefadhee

Nagaa facaafadhe; Dheebodhee

unadheeBeela’ee sooradhe;

Abjuu dhugeeffadhee

Dhugaa dhamdhamadhe.

KitaabaKutaa : 12 irraakan fudhame

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s