Walaloo  Jireenya

Jiruuf Jireenya

Bara baridarbee onnee walqabatee

Jireenya jijjiruuf garadhan onnate

Barumsa baratee baratee  fixate

Hojii barbarchaatti kophee irra dhumtee

Akkuma tahu tahee gaafa hojii argatu

Wabii dhiyeeffachuu hojjatan rakkatu

Guddini yoo dhufee sin ilaallatu

Gandummaaf Firummaan dandeetii ol tahe

Beekaan walallaa, walallaan beekaa tahe

               Anis dabaree koo ta’etum eega.

Qopheessan  B.Fayyisa

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s