Mee waantota Adduunya keenya irratti bebbekamoo ta’an waliin waal baraa

  1. Gamoon ta’e dheerinaan 1ffaa  biyya Arabaatti kan argamuu yemmuu ta’u maqaan isaa “ Burj Kalifa “ Jedhama.
  2. Gaarrii  dheerinaan 1ffaan , Gaara  Everest  yemmuu ta’u Ardii Eshiiyaa keessatti argama
  3. Garrii  dheerinaan Afrikaa kessaa 1ffaa ta’e gaara Kilimarjaaroo yemmuu ta’u dangaa biyyaa keniyaa fi Tanzaaniyaa giddutti argama.
  4. Langii dheerinaan sadarkaa 1ffaa qabatee laga Abbayaa ykn Nayliiti
  5. Biyyii Adduunya kana keessatti uumata  muraasa qabdu, biyya Vaatikaan yemmu taatu, bayyina namoota 800 yemmu ta’an, dhugaatti lammi biyya sanaa namoonni ta’an 450 ta’u.
  6. Biyyooni hanga 16 ta’an humna waraana hin qaban, Fkn, Andorra, Dominika, Girinaada,….
  7. Biyyoonni 3, alaaban isaani rog-arfee miti,  Nepal, Vatikan fi Siwizlandi dha.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s