Kootta Buna Dhugaa!

Akka aadaa  fi duudhaa ummata Oromootti bunni bakka gudda qaba. Oromoota kaabaa, kibbaa , dhihaa fi bahaa hundii dhimmaa bunaa irratti ilaalchi jiru tokko dha.  Saba keenya biratti bunni dhugamuu irraan caala, hiikka guddaa qaba.  Bunni dhugamuu irraan kan hafe  jireenya hawaasa keessatti  bakka guddaa qaba.  Fakkenyaaf  Yeroo cidhaa, yeroo  gaddaa, yeroo gammachuu, yeroo   namoota Araarsan fi yeroo kamiyyuu  bunni bakki itti hafu hin jiru.  Akkaa maatii tokkottis  yeroo maatiin waliin dabrsaan buna dhuguuun fi wa’ee maatii mari’achuun dabarsuu.  Maatin haala jiruuf jeenya isaa mari’atuu immoo yeroo  dheeraf waliin jiraata.

Kanaafuu nutiis koota buna dhugaa, Isiin jenna!

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s