Bacoo

Barataa tokkotu yeroo hunda barsiifatee mana baruumsa deema. Yeroo hunda sababa adda adda dhiyeesin beekama. Guyya tokko yeroo inn mana baruumsa ga’uu barsiisan daree seene barsiisa ture. Innis dhufee balbala rurukutee . Barsisaniis, “har’a immoo maal taate sitti barfatee?”jedheen. Yaa barsiisa koo ani kubba milla baay’een jalladha. Gara ganamaa keessa abjuu koo keessa kubba milla ilaala ture. Osoo hin rawwatamiin hin ka’uu jedhee erga kubbaan milla rawwate yeroon damaquu natti barfatee” jedheen.

Egaa yeroo tokko tokko waan walitti hin dhufte sababa godhachuf yeroo yaalu, tokko amananumma keenya dhabamsiisa, 

Lamaffaa isiin maal jettu? Yaaada keessaan nuuf barressa.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s