Namootnii yeroo ykn sa’ati jalqabaaf yeroo fayyadamuu jalqabaan enyuu fi akkamitti akka ta’ee beektu? Akka ragaan tokkoo tokko ibsutti yeroo jalqabaaf yeroo ykn sa’atii fayyadamuun kan jalqabamee dhaloota kiriistoos dura bara 1500 yemmu ta’u innis bishaan meeshatti naquun hangaa inni hir’achaa deemuu shallaguun ture. Maree egaa yeroo fayyadamuun waggoota 3000 duraa ta’uus har’a isiin yeroo kessaan akkamitti fayyadamaa jirtu?
Badhaansi “Nobel prize” yeroo jalqabaaf yoom jalqabamee fi eenyutu injifate? Badhaasni kun namoota adduunya kaanaaf bu’aa guddaa buusan jedhan filachuun kan kenamuu yommuu ta’u kan jalqabamee bara 1901. Yeroo kanatti badhaasa dhimmaa nageenyaa kan injifatee, Nama maqaan isaa Henry Dunant jedhamuu yemmuu ta’u hundeessa fannoo diimaa ture.
Maddii :- Internet