Ilaalchi ofiif qabduu
Maaf ta’a gad-anaa
Sagaantaaf kayyoon kee
Hin hafuu imaanan
Haalota ilaaluun
Ofbuufnaan hamilee
Abdiin ati qabduu
Dukanaan qabamee
Nan danda’a jedhi
Hamiile ofiif kenni
Akka har’aa mitii
Jira guyyaan borii!
Oromo Literature and Culture