Mootii Mootummaa Abdiidhan Qaroo Dhiiga Boosse Boqonna tokko kutaa Lammaffaa fi kan xumuraa ... Aadde Bashaatuunis akka obbo Liiban eyyama poolisiin arguu barbaadan eegduu mana hidhichaatti himan. Obboo Liibanis waaamicha maqaasaanii dhaggeeffatanii yeroo gadi ba’an, aadde Bashaatuun akka yeroo darbee gala isa har’a qofaa nyaatamu qofa fidanii hindhufne. Galaa borii, gala bor boriin duubaa galgala … Continue reading Qaroo Dhiiga Boosse Boqonna tokko kutaa Lammaffaa
Month: March 2019
Duudhaalee eenyummaa Mallattoo Oromummaa Faaya aadaa qabnu Kan itti midhaagnu Uffata aadaa Halluu babbareedaa Walirraan uffannee Gammachuu goonfannee Adaa keenyaan ifnee Fagootti mul’annee Kolfinee gammannee Gamtaan wal waamannee Tokkummaan jiraannaa Yoomiin waldagannee Haraarraas wal eegnaa Argaa! Simboo keenya ********* Huseen Curraa 2013
Guyaan Addunyaa kan Dubartootaa waggawaggaatti Bitootessa 8 tti kabajama. Guyyaa kana biyyootni addunyaa baayeen milkaa’ina ajaa’ibaa kan dubartootaa jireenya keessatti bifa adda addaatiin argame kabaju. Bu’aa jireenya keessaa qofa osoo hinn taane hawaasaa keessatti gumaacha guddaa isaa argamsiisanis ni kabaju. Kana malees guyyaan kun dubartoontni dandeettii isaaniitti akka fayyadaman kan dandeessisu guyyaa walqixximmaa koorniyaa addunyaatti mirkaneessuuf tarkaanffii fudhachuu qabnu itti … Continue reading Guyyaa Addunyaa kan Dubartotaa