Siifsiin Website/facebook mataa isheetiin ergaa addaa addaa qabattee dhiyaattee jirti, ergawwan ishees, barnoota, beekumsa adda addaa fi Asoosama akkasumas walaloowwan uummata boo’aarsan of keessatti qabattee jirti , isinis akkuma kanaan duraa yaada keessan karaa websitii keenyaa like gochuun, barreessuun barnoota ga’aas argachuu dandeessu.
Jabaadhaa yaa warra Siifsiin! Hojiin keessan baay’ee namatti tola! Nuuf jiraadhaa! Nutis isin waliin jirra!
LikeLike