1.Caaltuu: Ulee abbaan koo naa mure hin canus cabus hin badus
Caalaa : Maqaa
2.Caaltuu: Lafee hin qabau ijji isaa dhibbaa
Caalaa : Biddeena
3. Caaltuu: Hin dhiqattu hin dhibattu bareeddi
Caalaa: Hiddii
4.Caaltuu: Harkaa facaasanii ijaan guuran /funaanan/
Caalaa: Barreeffama