Milkaa’ina jareenyaafi gammachuu akkamitti arganna?

Screen Shot 2019-02-05 at 9.39.11 AM

Barbaadanii of argachuu 

  1. Eenyummaa keef bakka guddaa kenni
  2. Hamma of beektu caalaatti ati nama guddaadha.
  3. Humna qabdu hundaatiin socho’i.

Screen Shot 2019-02-05 at 2.18.30 PM

 

        Sodaafi dhiphine of keessaa balleessi.

  1. Yeroo tokkotti tarkaanfii tokko qofa tarkaanfadhu.
  2. Rakkoolee waan guddaatti hin lakkaa’in
  3. Rakkoolee irratti mariyadha.
  4. Balbala cufuu bari 
  5. Sodaawwan sababa qabatamoo irraa dhufan maal gochuu qabna.

 

Screen Shot 2019-02-05 at 2.19.08 PM.png

        Jiraachuuf yeroo fudhadhu

  1. Dhiibbaafi muddame ofirraa addaan baasaa 
  2. Hiriyoota gaggaarii qabaadhu.
  3. Jireenya dhandhamadha.

        Sodaakee irratti tarkaanfii fudhadhu.

  1. Sodaan jabina sabummaa nidadhabsiina.
  2. Sodaa keessan saaxilaa (ifatti baasaa).
  3. Sodaa waliin wal’ansoo waliin qabaa.
  4. Sodaa keessan madaalaa 
  5. Tasgabbaa’uudhaan yaadaa.
  6. Hiriyyummaa cimaa nummadhaa.
  7. Amantii cimaa qabaadhaa.
  8. Nageenyi sitti dhaga’amuu qaba.
  9. Du’a hin sodaatinaa.

        Madda gammachuu

  1. Gammachuu jechuun kolfudha malee kofalchiisun miti.
  2. Gmmachuun fiixee fedhiiti. 
  3. Maddoota gammachuu horadhu.
  4. Jireenye jiraachuuf of qopheessi.
  5. Waanta kennuu qabdan kennaa.
  6. Madaa keessan suphadhaa.
  7. Dandeetii keessan bu’uurasaa irraa hubadhaa.
  8. Nageenya samuu qabaadhaa.

       Ilaalchi gaariin daandii milkoominaati

  1. Haalonni bakka nibuufamu.
  2. Kufaatiiti hinamanun
  3. Waanta hindanda’amne gara waanta danda’amutti jijjiiri. 

        Sammuu kee Milkoominaaf Qopheessi

        Kufaatiirraa walaba ta’i.

  1. Yaali – ammas jabaadhun yaali.
  2. Yaadi – ammas itti yaadi.

       Qormaata namotti dhufuuf hinjilbeenfatin.

        Amala nama jaallatamaa sitaasisu horadhu.

        Dadhabina kee gara ciminaatti jijjiirun nidandeessa. 

254e9cd200000578-0-the_proposed_copernicus_spacecraft_would_use_nuclear_thermal_pro-m-40_1422984683055

Madda – Icciitii Milkaa’inaa 

    Qannoo Addisuu hiika 

2009 E.C 

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s