- Sammaan keenya qaamota keenyatti amanuu dhiisuuf aangoo qaba.
(Andiree Morwaa)
- Namni namoota injifatu nama cimaadha. Namni ofiisaa infifatu ammo nama hundumaa caala.( Laawoo – 8ffaa)
- Waanti nama beekamaa sitasisu waanta ta’uu barbaaddu taatee argamuudha. (Sookiraataas)
- Irra deddeebi’anii yaaluun salphina miti. Carraa gaarii ta’uu isaatu ittiin yaadama. (Joorji Maatiyaas)
- Sammuu keenya keessatti jannataafi gaannamiin namuu nidandeenya.( Mitten)
- Utuu of hingargaarin eenyuuniyyun gargaaruu hindandeessu Giris (Mori)
- Rakkinni hamma si rakkisutti ati of hin rakkisin. ( Ameerikanntaa)