- Namni namoota injifatu nama cimaadha. Namni ofiisaa injifatu ammo nama hundumaa caala.( Laawoo – 8ffaa)
- Waanti nama beekamaa sitasisu waanta ta’uu barbaaddu taatee argamuudha. (Sookiraataas)
- Irra deddeebi’anii yaaluun salphina miti. Carraa gaarii ta’uu isaatu ittiin saqarama. (Joorji Maatiyaas. )
- Sammuu keenyake essatti jannataafi gaannamiin namuu nidandeenya. (Mitten)
- Utuu of hingargaarin eenyuuniyyun gargaaruu hindandeessu (Giris Mori)
- Rakkinni hamma si rakkisutti ati of hin rakkisin.( Jecha Ameerikanntaa)
Maddi isa kanan dubise irra
Ifa Fiixee chibsa