AadaaGeerarsa Roorroo Boqqolloo qonnaan bade Garbun qonnaan maseenee Nutu wallaale malee Yaggus beelli nu seenie Alagaan dhufnaan hoorii Firri dhufnaan wagidii Nutu wallaale malee Yaggus roorroon nu seenee. Share this:TwitterFacebookLike this:Like Loading... Related