Barbaadanii of argachuu
- Eenyummaa keef bakka guddaa kenni
- Hamma of beektu caalaathi ati nama guddaadha.
- Humna qabdu hundaatiin socho’i.
Sodaafi dhiphine of keessaa balleessi.
- Yeroo tokkotti tarkaanfii tokko qofa tarkaanfadhu.
- Rakkoolee waan guddaatti hin lakkaa’in
- Rakkoolee irratti mariyadha.
- Balbala cufuu bari
- Sodaawwan sababa qabatamoo irraa dhufan maal gochuu qabna.
Jiraachuuf yeroo fudhadhu
- Dhiibbaafi muddame ofirraa addaan baasaa
- Hiriyoota gaggaarii qabaadhu.
- Jireenya dhandhamadha.
Sodaakee irratti tarkaanfii fudhadhu.
- Sodaan jabina sabummaa nidadhabsiina.
- Sodaa keessan saaxilaa (ifatti baasaa).
- Sodaa waliin wal’ansoo waliin qabaa.
- Sodaa keessan madaalaa
- Tasgabbaa’uudhaan yaadaa.
- Hiriyyummaa cimaa nummadhaa.
- Amantii cimaa qabaadhaa.
- Nageenyi sitti dhaga’amuu qaba.
- Du’a hin sodaafinaa.
Madda gammachuu
- Gammachuu jechuun kolfudha malee kofalchiisun miti.
- Gmmachuun fiixee fedhiiti.
- Maddoota gammachuu horadhu.
- Jireenye jiraachuuf of qopheessi.
- Waanta kennuu qabdan kennaa.
- Madaa keessan suphadhaa.
- Dandeetii keessan bu’uurasaa irraa hubadhaa.
- Nageenya samuu qabaadhaa.
Ilaalchi gaariin daandii milkoominaati
- Haalonni bakka nibuufamu.
- Kufaatiiti hinamanun
- Waanta hindanda’amne gara waanta danda’amutti jijjiiri.
Sammuu kee Milkoominaaf Qopheessi
Kufaatiirraa walaba ta’i.
- Yaali – ammas jabaadhun yaali.
- Yaadi – ammas itti yaadi.
Qormaata namotti dhufuuf hinjilbeenfatin.
Amala nama jaallatamaa sitaasisu horadhu.
Dadhabina kee gara ciminaatti jijjiirun nidandeessa.
Madda – Icciitii Milkaa’inaa
Qannoo Addisuu hiika
2009 E.C