Jechoota Hayyootaa

  • Ifa guyyaa argachuuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama. 

(Wiiliyaam Shekipiir)

  • Waanti nuti sodaachuu qabnu soaa qabuu soda qofadha. (Firaankiliin Runzvelti)
  • Nama carraa qabu galaanatti yoo darbatteyyun qurxummii qabatee ba’a. 

(Jecha Warra Arabaa)

  • Namni suuta deemu dafee bakka yaade ga’a. (Jecha warra chaayinaa)
  • Daandii bakka yaadde sigeessisn utuu hinbeekin adeemsa hin jalqabin. 

(Jecha warra Ingilizii )

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s