Oromoon aadaa isaa keessatti qabata saqeeffannaa amantaa, kabaja /wayyouma/, ‘aamilee, soda, wkf qabaata. Saqaaffannee kanas gochaafi jechaan ibsata.
- Oromoon kallattiin du’aafi waa’ee isaa kallattiin hinhimu.
- Boqote – darbe – rafe – dadhabe
- Hirmii baafadhu – hirmii hin nyaatin – hirmii tufi
- Biyyon isatti/isheetti/isaanitti/haasalphatu, maqaa na dhoofte hin jedhin.
- Mucaatu harkaa ba’e, ulfatu irraa ba’e jedha
- Oromoon ulfaafi waa’ee isaa kallattiin hin himuun ulfoofte hin jedhu,
- Garaa jira – garaatti hafe – garaatti baatti jedha
- Oromoon maqaa akka amantaa isaatti safeeffatu qaba.
- – Obbo guddaa – leenca
– keessummaatu dhufe – goondaa, mixiitu dhufe.
– Soddaatu haadha – aldiigessatu haadha
– Lowaa/daa’aa – jawwaa, bofa, mar’ataa
B. – Karaa biraatiin kabajaafi safuu hawaasichaaf maqaan lagafamu jira.
– maqaa warra soddaa, maqaa abbaa warraa, wkf.
– maqaa qaama hormaataa kallathiin hin waamaman safundha.
– Loogaafi naannoo keessattis jechoonnni laguu ta’an jira.
Fakkeenya – bukkee Aarsiith – qaanii – qaama hormaata lama qobaachun
Wallagga – einae – moggaa
– bashun Aarsiitti – qaama hormaataa
Showaa – Adurree
Kan dubbisnee iraa obbo Birra Ibsaa