Eebba Ormoo

screen shot 2019-01-14 at 4.09.30 pm

“Waaqa nagaan nu bulchite nagaan nu oolchi”

Kan nagaan nu oolchites nagaan nu bulchi

Irraa goraafi dogoggora nu oolchi 

Tolaa nutty qabi 

Hamaa ammaataa nutty qabi 

Keenyaan nu oolchi keenyaan nu bulchi

Biyyaafi qe’ee keenya irratti nu moosisi 

Yaa Rabbi tokko nu taasisi

Yaadaafi qalbii keenya wal simachiisi

Wallaalaa nuu beeksisi 

Beekaa nuuf bulchi 

Xinnaa nuuf guddisi

Guddaa nuuf hitichi 

Dhalataan keenya baratee haa fulla’u

Barsiisaan keeenya barsiisee haa milkaa’u 

Qotee bulaan keenya qotee gootara haa guutu

Daldalaan keenya daldalee haa buusu

Kan badhaadhina keenya jibbu haa badu 

Kan tokkummaa keenyatti gaadu haa diigamu 

Dhalataan keenya baratee haa fulla’u 

Barsiisaan keenya barsiisee haa milkaa’u 

Qotee bulaan keenya qotee gootaraa haa guutu 

Daldalaan keenya daldalee haa buusu 

Kan badhaadhhina keenya jibbu haa badu

Kan tokkummaa keenyatti gaadu haa diigamu

Dhalataan keenya baratee haa fulla’u

Barsiisaan keenya barsiisee haa milkaa’u

Qotee bulaan keenya qotee gootaraa haa guutu

Daldalaan keenya daldalee haa buusu

Kan badhaadhina keenya jibbu haa badu

Kan tokkummaa keenyatti gaadu haa diigamu

Kan guyyaa nutti malu aduun itti haa dhiitu

Kan alkan nutti malu aduun itti haa dhiitu

Waaqni keenya saba dhugaan bulu nu haa godhu

Kan dhugaa keenya jal’isu dhallisaa haa jal’atu

Kan dhalataan keenya akka hin guddanne godhu

Daaraa haa ta’u

Diinnii keenya ….

… daakuu bishaan lixxe

… awwaara bubbeen fuute

…. Iddii fardi irra ejjete haa taatu

Ani xiqqeesseen eebbisaa Waaqni guddisee nuuf 

haa dhaga’u

Gadaan quufaa gabbina gabbisi Waaqa.

Moonenus Hundarraa

Screen Shot 2019-01-17 at 6.11.41 PM.png

Hmonenus@yahoo.com 

+2519 10 50 52 22 

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s