Dhaabbattonni idiil addunyaawwaa ta’an kan biyya Itoophiyaa keessa jiran, waliin sagantaa ykn beellama qabachuuf haali yeroo ittin fayyadamnu salphaa miti. Kunis kan ta’u danda’eef Itoophiyaan sa’atii ykn yeroo kan mataa ishee waan qabduuf. Kunis kan warra dhiyaa irraa garaagarummaa sa’atii 6 kan qabudha. Yeroo bay’ee namootni akkas jedhu, “ akka sa’atti warra dhiyaatti, sa’atii 2:00 … Continue reading Itoophiyaa keessatti Sa’atii ykn Yeroo akkamitti himama?
Month: July 2018
Maaliin si fakkeessuu Attamiin si ibsuu Eenyuun si fakkeessuu Midhaayaan moo hadhaani Dammaan moo aannani Heexoon moo summiini Biftikeehoo maali Diimaamoo gurraacha Adii moo hoomicha Keelloo moo booricha Dhuguma ati maalii Isa si qorateef Tooftaa sitti bareef Ilaalee hubateef Kan dhugaa dheeboteef Qabee si kunuunseef Dhuguma jaalala Eenyutu si caala Doofaa qaroomsita Goota laphee fuuta … Continue reading Walaloo Jaalalaa
Because every man has as boss his wife or his mother, or some other woman in his life, men may rule the world, but women rule the men who rule the world. Thus contrary to appearances, women is boss, the overall boss of the world. (c.f Anatomy of female Power. Chinweizu.) “Jireenya isaanii keessatti, dubartii … Continue reading Aadaafi Dubartoota