Boruuf Yaaduu

Eeboo darbataanii jinfuu hin qabatanii

afuura kaleessaa har’a hin qusatanii

silaa ganna darbeef mana hin ijaaranii

boruuf yaaduu wayya har’a irra taa’anii.

Advertisements