Ga’ee garee wal gargaarsaa of-danda’insaa nyaata mirkaneessuu

Gareen wal gargarsaa dhaabbata namoota sadarkaa sadii qaba. Gareen wal gargarsaa “CLA” fi Tiinaatti. Gareen kun miseensotaa 15-20 dhiiraa fi dhalaan wal makaadha. Walii galattii namoota 15-20 namoota wal beekan fi haalli jireenyaa isaanii wal fakkaatu, akkasumas haalli galii isaanii wal fakkatu waliin ta’uun garee wal gargarsaa tokkoo kan qabaniif, seera mataa isaanii kan qabanidha. … Continue reading Ga’ee garee wal gargaarsaa of-danda’insaa nyaata mirkaneessuu

Dubartoota Garee wal gargaarsaa Magaalaa Adaamaa

Godina Shawaa Bahaatti kan argamtuu magaalaa Adaamaa Keessatti dubartootni baay’een jireenya isaani kan gaggessan karaa adda addan ta’uus, baay’een isaani daldaala xixxiqqoo irratti bobba’udhani. Taa’umsi magaala kanaa dhiyeenya magaala finfinneetti qabduu irraan kan ka’e guyyaa tokkotti namootni baay’een gara magaalaa kanaa ni dhufu. Daldaalli magaalaa kana keessaa baay’ee ho’adha. Kanaaf dubaartoonni magaalaa kanaas jireenyi isaani … Continue reading Dubartoota Garee wal gargaarsaa Magaalaa Adaamaa

Ashamaa Akkam jirtuu?

Ashamaa Akkam jirtu? Kallattii arfan irraan lammiileen koo martuu Nagaan sin gaafadhaa ashamaa akkam jirtu? Dur oromoon akkasitti walitti dhufu, Safuufi aadaa liqimsa,malee aakkifatee hin tufu, Harka lamaan hiixatee haammatee wal dubbisa, Hidda godhadhu' jedhee eebbisee wal guddisa, Hi' jedha dhaloonni ammaa immoo quba lama ol qabee, Haammatee wal dubbifnaan hoo silaa maqaasaatu cabee, otoo … Continue reading Ashamaa Akkam jirtuu?