Otoo mukti gogaan jiruu jidhaan hin muriin,yoo gogaa dhabdemmoo otoo jallaan jiruu sorooroo hin muriin “ Oromoon mukaaf kabaja guddaa qaba akka ilmoo isaatii ilaala “ Ilma olguddatuu fi muka olguddaatu hin xuqiin”waliin jedha. Muka/bosan maalee jireenyi akka hin mijanne tolcheet beeka. Kanaaf ni leellifata. ni kunnunsa ni mararfata ,muka sababa gahaa tokko maalee hin … Continue reading Leelloo Boosonaa